
Jireenya Hafuura Keessatti!
Boqonnaa 3: Amansiisuu Hafuuraa
Dubbisa shan keessatti qoʼadhaa
1. Amansiisuu Hafuura Qulqulluu
Yohannis 16:7–11
2. Waaʼee Cubbuu Amansiisuu
B. Hafuurri Qulqulluun Waaʼee Cubbuu Amansiisa
3. Waaʼee Qajeelummaa Amansiisuu
C. Hafuurri Qulqulluun Waaʼee Qajeelummaa Amansiisa
4. Waaʼee Murtii Amansiisuu
D. Hafuurri Qulqulluun Waaʼee Murtii Amansiisa
5. Murtii, Fayyinaa fi Cuunfaa
Ilaalcha Gadi Fagoo
Caqasawwan Kitaaba Qulqulluu: yoo kan biraa jedhamee hin ibsamne, Biblica® Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa™, Loqoda Dhiʼaa irraa fudhatamaniiru. Mirgi seeraan eegama © 2022 Biblica, Inc. Caqasawwan kun eeyyama Creative Commons Attribution-ShareAlike 4.0 International jalatti fayyadama irra oolaniiru.
Barreeffama Ingiliffaa jalqabaa: Life in the Spirit! Experiencing the Fullness of Christ