Jireenya Hafuura Keessatti! — Guutummaa Kiristoos Muuxachuu

Jireenya Hafuura Keessatti!

Boqonnaa 11: Dubbii Hafuuraa

Dubbisa shan keessatti qoʼadhaa

1. Hafuurri Kitaabota Qulqulluu Uuma

Kutaa 3: Tajaajila Kiristaanaa—Amantii fi Guutummaa

2. Raajii fi Ijaarsa Kitaabota Qulqulluu

Raajiin jechoota kana keessa jiru garuu jechoota waaʼee gantummaa Yesuus ilaalchisee duraan barreeffaman kanneen birootiin caalaatti ifa taʼe. Lakkoofsonni armaan gadii yeroo michuun Yesuus dabarsee Isa kenne dhukkubbii Inni baate ibsu.

3. Hafuura Kiristoos

B. Hafuura Kiristoos

4. Hafuura Barsiisaa Sobaa fi Dhugaa

C. Hafuura Barsiisaa Sobaa

5. Dubbii Hafuuraa Hojiirra Oolchuu

Gaaffiiwwan marii

Caqasawwan Kitaaba Qulqulluu: yoo kan biraa jedhamee hin ibsamne, Biblica® Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa™, Loqoda Dhiʼaa irraa fudhatamaniiru. Mirgi seeraan eegama © 2022 Biblica, Inc. Caqasawwan kun eeyyama Creative Commons Attribution-ShareAlike 4.0 International jalatti fayyadama irra oolaniiru.